[Skip to Content]

IBA Montage

Dhaabbanni keessan Stevie® Awards Hojjettoota Ciccimoo (Stevie Awards for Great Employers), milkaa’inoota qabeenya namaaf, gareewwanii fi ogeessota, akkasumas oomishaalee haaraa fi tajaajila, dhiyeessota, iddoowwan hojii gaarii uumuufi gaggeessuf kan gargaaranif badhaasa olaanaa addunyaa kan bara 2024 (waggaa 9ffaa) dhaf kaadhimamummaa akka galchuu affeerrerra.

Barruu seensaa fudhachuu yoo barbaadde, qajeelfama akkaataa ittiin kaadhimummaa qopheessanii fi galchan xumuruun teessoo iimeelii keetii galchi; nutimmoo iimeelii siif goonaa.  Imaammata iccitti cimaa ta’e waan qabnuuf sababa kamuufuu teessoo iimeelii kee eenyufuu hin laannu.

Marsariitii kana irratti fuula kana qofa afaan kanaan argatta.  Akkuma barruu galumsaa irra jiru, fuulonni kan biroo hundi afaan Ingiliffaatiini.  Kunis kan ta’eef kaadhimummaan afaan Ingiliffaatiin akka ta’u kan barbaanneef. Kunis ogeeyyiin bizinasii addunyaa mararra jiran sirna murtii kennu irratti akka hirmaataniif.Kanneen armaan gadii ibsa wixxinee badhaasaa, barbaachisummaa galchuu,fi faayidaawwan hirmaannaa kan hammaatu dha. Yoo dhaabbatni kee kaadhimamtoota badhaasaaf akka galchuu murteese, kaadhimamummaan dirqama Ingilliffaan akka qophaa’uu yaadadhu.   

Waa’ee Stevie Awards for Great Employers

The Stevie Awards for Great Employers milkaa’inoota tajaajila maamiltootaa, giddu gala quunnamtii, misooma diinagdee fi ogeeyyiwwan gurgurtaa addunyaa mararra jiraniif beekamtii ni laata. Dhaabbatni badhaasa Stevie Awards, badhaasa kan kennu kun, Ameerikaa keessatti hundeeffame.   Isaan dorgommii Stevie Awards si’a saddeet qindeessaniiru. www.StevieAwards.com irraa barachuu ni dandeessa.  Waancaan Geebni Stevie Award yeroo ammaa badhaasawwan addunyaa hawwatoo keessaa tokko ta’ee jira.

Bara 2023 titi, Stevie Awards Hojjettoota Ciccimoo (Stevie Awards for Great Employers) dhaabbatotaa fi namoota dhuunfaa biyyoota 28 ol dhufaniif badhaasa kenneera.  Tarree badhaafamtoota bara 2023 ilaaluu yo barbaadde kan irratti cuqaasi.

Ramaddiiwwan

Stevie Awards for Great Employers keessaa filachuudhaaf gosoota ramaddiiwwan badhaasaa   6tu jiru. Hirmaachuuf yoo filatte ,bu’aa dhaabbatni kee ittii beekamuu wajjin firoomuu ramaddiiwwan keessa filachuu, fi akkaataa ajaja ramaddiiwwan sanaatiin kaadhimamtoota kee qophessadhu.  Gosoota ramaddiiwan argaman kessaa kunniin kan armaan gadiiti:

Wantoota fi ibsa ramaddii barruu seensaa keessatti argamu. 

Ramaddiiwwan hunda keessaa,ati filannoo gaaffiiwwaniif barreeffamaan dhiyeessuu,yookiin vidiyoo hanga daaqiiqaa(5) dheeratu barbaachisa gaaffiiwwan deebisuuf.

Quunnamtii

Stevie Award biyyoota addaa addaa keessaa bakka bu’oota ni qaba. Bakka buutonni kun biyyoota keessa jiran keessatti odeeffannoo tamsaasudhaan dhaabbileen badhaasa kana irratti akka hirmaatan godhu.
Bakka bu’aan biyya keesssan keessa jiraachuuf dhiisuu adda baafachuuf asirratti cuqaasi.

Yookin ammoo qindeessitoota teessoo armaan gadiitiin qunnamuu ni dandeessu:

The Stevie Awards
10560 Main Street, Suite 519
Fairfax, Virginia 22030, USA
Bilibilaa: +1 703-547-8389
Faaksii: +1 703-991-2397
Iimeelii: help@stevieawards.com

Share